Mattu University

Yuunivarsiitii Mattuu

መቱ ዩኒቨርሲቲ

Mattu University

የጥሪ ማስታወቂያ
 Uploaded By: Super Admin
 Posted On: Jan 16, 2024

Announcement

Barattoonni Bara 2016 A.L.I Sagantaa Barnootaa Fooyya'iinsaatiin (Remedial Program) Ministeera Barnootaatiin Yuunivarsiitii Mattuutti ramadamtan maraaf:

Guyyaan galmee Amajjii 20-21/2016 ta'uu beektanii qaamaan dhiyaachuun akka galmooftan isin beeksisna.

Hubachiisa
Barattoonni Muummee Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa maqaan keessan qubee 'A' fi 'B' tiin jalqabu galmeen keessan Kaampaasii Beddelleetti ta’uu isin beeksifna.

Barattoonni Yeroo galmeef Dhuftan:

➭Uffata Qorraa, hafata siree, haguugduu boraatii fi uffata spoortii,
➭Ragaa barnootaa kutaa 8-12 orijiinaalaa fi kooppii akkasumas,
➭Suura gabaabaa(mudhii olii) yoo xiqqaate afur(4) fi isa ol qabattanii akka dhiyaattan isnin hubachiifna.

Barataa dursees ta'e barfatee dhufu kan hin keessummeessine ta'uu cimsinee beeksifna!

Daayireektooreetii Rejistiraaraa Yuunivarsiitii Mattuu

የጥሪ ማስታወቂያ
---------------------------------------------------------------------
በ2016 ዓ.ም የሪሚዲያል ፕሮግራም ትምህርታቸውን በመቱ ዩኒቨርሲቲ እንድትከታተሉ የተመደባችሁ አዲስ የሪሚዲያል ተማሪዎች የመግቢያ ጊዜ ጥር 20 እና 21/2016 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው ያሳውቃል፡፡

ማሳሰቢያ፦

ስማችሁ ከ A-B የሚጀምር የተፈጥሮ ሳይንስ እና ማኅበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች ምዝገባችሁ በበደሌ ካምፓስ እንደሚከናወን እንገልፃለን፡፡

ወደ ዩኒቨርሲቲው ስትመጡ ልትይዟቸው የሚገቡ፦

➭ ከ8-12ኛ ክፍል የትምህርት ማስረጃዎች ዋናውና ኮፒው፣
➭ አራት ጉርድ ፎቶግራፍ፣
➭ ብርድልብስ፣ አንሶላ፣ የትራስ ጨርቅ እና የስፖርት ልብስ፡፡

ቀድሞም ሆነ ዘግይቶ የሚመጣ ተማሪን የማናስተናግድ መሆኑን ችንገልፃለን!

የመቱ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራር ፅ/ቤት

Link
© 2024 Mattu University Disclaimer Privacy Policy